Tumgik
#oromotiktok oromotiktok oromotiktok is beutyful EsmaelAhmed
esmaelahmed · 1 year
Text
Imo haaraa saffisa guddaan isiniif dalagu buufadhaa bayyee itti gammadu
👇👇👇
https://lnkd.in/dsDrngbM
imo haaraa beeksisa adda addaa irra bilisa ta’e fi saffisa ajaa’iba qabu bufadha fayyadamaa. Imon kun update kan ta’edha kanaa jechuun haaromsameera jechuu keenya fayyidaan isa isaas bayyeedha Fknf yeroo bilbila haasoftan addaan ciccitee isin hin rakkisu, beeksisoota hin barbachiifne amma ammaa fidee isin hin jeequu, suuraa video fi Text salphaatti saffisaan isiniif erguu danda’a kana qofa mitti waa hedduuf isin fayyada. Fkn system ibubble jedhamu kan amma dura messenger qofa irratti fayyadama turree kuno imo isa haaraa kana irrattis nuf gadhifame jira!
Yeroo imo isa haaraa kana silkii kessan irrati install gootan yoo akka tasaa install ta’u isin dide imo isaa duraan qabdan dukka waal wan hin gudhaneefidha waan ta’eef dirqama isan durii baleesuu qabdu saniin booddee imo isa haaraa kana salphaatti install gochuu ni dandeessu. Yaada qabdaa hundaa ykn rakkoon App kana waliin waal qabatuu yoo isin mudate komeenti irratti nuf barressu ni dandeessu isiniin jeena Galatomaa.
Tumblr media
1 note · View note