#Maraattuu fi sooressi akka argetti haasawa. •
Explore tagged Tumblr posts
Text
Duulli amma oduu hin gahu
Duulli amma oduu hin gahu Iyyaniif dhalcha hin ta’u jedhe korbeessi hoolaa korbeessa re’eetiin Ø Iyyan malee hin dhalchanii jedhe hoolan korpheessa re’eetin. Mana aanu malee mana aaru bira hin dabran Ollaa fi Waaqatti gadi bahu Ollaan bultee beeka akka itti bule abbaatu beeka Ø Itti qabataaf cidhi ollaa jira Garbittii lubbuuf fiigdu ollaan qophee dha jedha Ø Garbittiin gargaarsa argatte…
View On WordPress
#"Bagan si arge" jennaan "bagan si hin dhokatiin" jedhe hattuun abbaa manaatiin •#"Dhabaaf malee fooniif nu uume" jette sareen. Goondaan wal qabatteet laga ceeti •#Aartu qotadhu” jedhe namichi saree biddeen dhoowwatee "Ajjeechaarra sukkuummaan sodaadha" jette tafkin. •#ana qacceen dhoqqeetti gadi dhaanu” jedhe qottiyyoon •#biyya ormaatti ni mar’ata. •#Dhamaatuun dhama raaftee “weessootu na dide” jetti •#Duulli amma oduu hin gahu •#Fardaa fi harree okaa itti haamu#Garbittii lubbuuf fiigdu ollaan qophee dha jedha Garbittiin gargaarsa argatte majii dhoksiti jedhan! •#Ijjii fi ijoolleen tika baddi •#Iyyaniif dhalcha hin ta’u jedhe korbeessi hoolaa korbeessa re’eetiin Iyyan malee hin dhalchanii jedhe hoolan korpheessa re&039;eetin. •#Jarjaranif Abbaa dura hin dhalatan •#kajeelaa dura waami •#Mana aanu malee mana aaru bira hin dabran •#Maraattuu fi sooressi akka argetti haasawa. •#Namni dhama’iif uumame habjuun dhagaa guura. •#Of-jajjuun loon lamaa#Ollaa fi Waaqatti gadi bahu •#Ollaan bultee beeka akka itti bule abbaatu beeka Itti qabataaf cidhi ollaa jira •#Sangaan biyya ofiitti bookkisu#Silaa dhufa hin ooluu#tikseen kuma lama. Nama fardaan barbaadan lafoo argatu •#•
0 notes