#"Dhabaaf malee fooniif nu uume" jette sareen. Goondaan wal qabatteet laga ceeti •
Explore tagged Tumblr posts
yeeroo-jaalala · 1 year ago
Text
Duulli amma oduu hin gahu
Duulli amma oduu hin gahu Iyyaniif dhalcha hin ta’u jedhe korbeessi hoolaa korbeessa re’eetiin Ø Iyyan malee hin dhalchanii jedhe hoolan korpheessa re’eetin. Mana aanu malee mana aaru bira hin dabran Ollaa fi Waaqatti gadi bahu Ollaan bultee beeka akka itti bule abbaatu beeka Ø Itti qabataaf cidhi ollaa jira Garbittii lubbuuf fiigdu ollaan qophee dha jedha Ø Garbittiin gargaarsa argatte…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes