Don't wanna be here? Send us removal request.
Text
አንድም ቀን ልታይ ልታይ ብሎ የማያውቅ፤ ያደረገው በጎ ነገር እንኳን እንዲነገር የማይፈልግን አንድ #ለጋስ እና #ቅን ባለሐብት/ቢልየነር ላስተዋውቃችሁ ግድ አለኝ ዛሬ።
ያደታ ጁኔይዲ በክሪ ይባላል። የብራይተን ትሬዲንግ ኃ/የተ/የግል ማህበር ባለቤት ነው። በአንድ ወቅት ዶ/ር አሊ ቢራ ስለዚህ ሰው ሲጠየቅ እንባ እየተናነቀው “ያደታ ለእኔ እድሜውን በሙሉ ስለእኔ የኖረልኝ በስጋ ያልወለድኩት ልጄ ነው፤ በገንዘቡ እንዳገለገለኝ ብቻ ሳይሆን ህይወቱን ጭምር እንደሰጠኝ ነው የምቆጥረው” ብሏል። ዶ/ር አሊ ለሐገር ብዙ ያበረከተ ሰው ቢሆንም ከማንም በላይ ተጠጋግቶት በግሉ ሚሊዮኖችን እያፈሰሰ ሲያሳክመው እና ሲያስተምመው የነበረው ይህ ደግ ሰው ብቻ ነው። እኔ ያደታን የማውቀው ከአስር አመት በፊት ለማስተማር ስራ ወደ ሐረርጌ በሄድኩ ወቅት ነው። በጊዜው እሱ የሚኖረው እንግሊዝ ሐገር ቢሆንም ለታመሙና…
View On WordPress
1 note
·
View note
Photo
#followforfollowback #follwme https://www.instagram.com/p/Co-TkgAN5VP/?igshid=NGJjMDIxMWI=
0 notes
Text
Raayyaan Dargaggootaa keenya gootota wabii biyya fi sirna ijaaraa jirruuti.
Guraandhala 15/2015_ Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti piroojaktoota hojjatamaa jiran keysaa gamoon giddu gala gabaa fi piroojaktiin gataa balfaa isaan hangafa. Pirojaktoonni hojjatamaa jiran gaafii ummataaf fala tahuun olitti guddina magaalaa fi fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneysuu keysatti iddoo guddaa kan qabuudha. Kanuma bu’ura godhachuun akkaatuma kanaan duraatti dargaggoonni…
View On WordPress
0 notes
Photo
#followforfollowback #followers #follow #instagram #instagood #instadaily #like #likesforlike #instalike #love #loveyourself #instalike #follow4followback #followers #picoftheday https://www.instagram.com/p/CoVkN4bLo5O/?igshid=NGJjMDIxMWI=
#followforfollowback#followers#follow#instagram#instagood#instadaily#like#likesforlike#instalike#love#loveyourself#follow4followback#picoftheday
0 notes
Photo
0 notes
Photo
🌷 🌹 Ayaan jiruu tiyyaa suma Humaatiinuu sin jijjiiruu Sirra hundaa'a yaadnikoo Kaleeysa fi arraa boruu. 🌷 🌹 https://www.instagram.com/p/CnaC7wFL18R/?igshid=NGJjMDIxMWI=
0 notes
Photo
0 notes
Text
Jijjiirama Fi Adeemsa Jijjiiramaa!
Akkuma yeroon jijjiiramaa deemu, akkasumaas haalaa fii wantoonniis jijjiiramaa bifaa fii hiika geeddarachaa akka dhufan ifa. Hiikni jechootaas haala, taatee, fii wantoota jijjiiraman faana hiika jijjiirachaa dhufa, gariin jechootaa hiikni isaanii baballachaa yeroo dhufan, gariin immoo hiikni isaanii faalamaa dhufuun hawaasa keeysatti ilaalcha safuun ilaalamuu jalqabu, gariin immoo jecha faaruu…
View On WordPress
0 notes
Text
“The intelligence consists not only in the knowledge but also in the skill to apply the knowledge into practice.” Fb.me/gofaree1
View On WordPress
0 notes
Text
Four Tips to Achieve Success on Your Weight Loss Journey
We all have weight loss goals, but sometimes it can be difficult to stay motivated and reach those goals. It’s easy to become overwhelmed and lose sight of the end goal. That’s why I want to share four tips that will help you stay on track and achieve success in reaching your weight loss goals. […]Four Tips to Achieve Success on Your Weight Loss Journey
View On WordPress
0 notes
Quote
If you feel pain. If you feel other people's pain, you're a human being.
0 notes
Quote
Hubataa gaararraa caalaa gowwaan gaara gubbatti waa bay'ee arka
Gofaree
0 notes
Photo
Ibsa Mootummaa Naannoo Ooromiyaa irraa kenname!
Gabaa simmintoo tasgabbeessuuf sochii taasifamu gufachiisuuf qaama socho’u irratti tarkaanfiin seeraa ni fudhatama!
…………………………………
Mootummaan Naannoo Oromiyaa seeraan alummaa gabaa simmittoo keessatti mul’atu sirreessuuf akkasuma gabaa tasgabbeessuuf abbootii warshaalee simmintoo naannoo keenya keessatti argaman waliin marii taasisuun rabsi simmintoo karaa waldaalee mootummaaa naannichaa gurmaa’anii akka raawwatamu waliigaltee mallatteessuun isaa ni yaadatama. Bu’uuruma waliigaltee taasifameen waldaaleen IMX beekkamtii seeraa qaban 304 magaalotaafi godinaalee Oromiyaa hunda keessatti gurmeessuun rabsi simmintoo gatii madaalawaan karaa waldaalee kanneeni hawaasa naannoo keenyaaf akka dhiyaatu haaldureen xumuramee jira. Waan ta’eef, daldaltoonni kanaan dura rabsa simmintoo irratti bobbaatanii turtan simmintoo man-kuusaa keessaa qabdan gatii Biiroon Daldalaa Oromiyaa murteessee godinaaleefi magaalota hundaaf dabarseen gurgurtaan akka raawwattan Mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hubachiisa.
Koreen dhimma kana raawwachiisuuf sadarkaa sadarkaan hundeeffame to’annoo cimaa akka taasisu tarkaanfii seera qabeessa akka fudhatu kallattiin kennameera. Abbootiin warshaalee simmintoo naannoo keenya keessatti argamtan bu’uuruma waliigaltee mallattaa’een humna guutuun oomishtanii faayidaan waloo hawaasaafi warshaalee akka mirkanaa’u, akkasumas walitti dhufeenyi warshaaleefi hawaasa naannoo sababa faddaaltotaan akka hin boorofne waliigaltee mootummaa naannichaa waliin mallatteessitan miira itti gaafatamummaa olaanaan akka bahattan barbaadama. Kun kan ta’uuf ammoo qaalayinsa jireenyaa sababa faddaltootaatiin ummata irratti fe’ame cabsuun faayidaa waloo ummata bal’aafi warshaalee mirkaneessuu dirqama waan ta’eefidha.
Kanaafuu, kanaan booda waldaalee seera qabeessa rabsa simmintoottiif eeyyama argatanii alatti simmintoon karaa seeraan alatiin kuufamee argames ta’ee gatii shallagameen alatti gurguramu kamiyyuu mootummaadhaan dhaalamee gatii madaalawaa ta’een hawaasaaf kan rabsamu ta’uu mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hubachiisa. Tattaaffii mootummaan gabaa simmintoo tasgabbeessuuf taasisu qaama gufachiisuuf socho’u kam irrattu tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu hubachiifna.
Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Caamsaa 30/2014
Finfinnee
2 notes
·
View notes